Announcement ቋንቋ ሙሉ ስብዕናን ያላብሳል በሚል ርዕስ ጉዳይ ላይ ስልጠና ተሰጠ፡፡

ቋንቋ ሙሉ ስብዕናን ያላብሳል በሚል ርዕስ ጉዳይ ላይ ስልጠና ተሰጠ፡፡

26th July, 2025

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአፋን ኦሮሞ ስርዓተ ትምህርት ማበልጸግ ዳይሬክቶሬት ቋንቋ ሙሉ ስብዕናን ያላብሳል በሚል ርዕስ ጉዳይ ላይ ስልጠና ሰጥቷል፡፡

በስልጠናው ላይ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአፋን ኦሮሞ ስርዓተ ትምህርት ማበልጸግ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ አባይ ተስፋዩ ስልጠናው የአፋን ኦሮሞ ቋንቋን በፍላጎት መማር የሚፈልጉ ወጣቶችን ለማስተማር እንዲቻል ከቢር መጂ ወጣቶች ማህበር ጋር በመተባበር የሚሰጥ መሆኑን ጠቅሰዋል፡፡

ስልጠናው የአዳማ ዩኒቨርሲቲ መምህርና የህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አባል በሆኑት በዶ/ር አለሙ ጎንፋ የተሰጠ ሲሆን በመድረኩ ላይ በስድስት ክፍለ ከተማዎች የሚገኙ የአፋን ኦሮሞ ስርዓተ ትምህርት ቡድን መሪዎች ፣ በስድስቱ ክፍለ ከተማዎች የሚገኙና ከተመረጡ ትምህርት ቤቶች የመጡ የመማር መስተማር ርዕሳነ መምህራን እና ወጣቶች ተሳታፊ ሆነዋል፡፡  

Afaan Barachuun Nama guutuu nama taasisa mata duree jedhuun leenjiin kenname.

Adoolessa, 18/2017 Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Leenjii Seenaa Oromootiin walqabatu, Afaan barachuun nama guutuu nama taasisa yaada ijoo jedhuun kenname.

Leenjicharratti Haasawa baniinsaa kan taasisan Daayirektarri Daayirektoreetii Qophiifi Raawwii Sirna Barnootaa Afaan Oromoo Obbo Abbaay Tasfaayee Leenjichi Dargaggoota fedhii isaaniitiin Afaan Oromoo barachuu barbaadan barsiisuuf Waldaa Dargaggoota Birmajjii waliin ta'uudhaan kan kennamuudha jedhan.

Leenjichi Hayyuufi barsiisaa Yuunivarsitii Adaamaafi Miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa(Paarlaamaa) kan ta'an Dr. Alamuu Gonfaatiin kenname. 

Bakka bu'oonni Dargaggoota barachuu barbaadanii, Hoggantoonni Waldaa Dargaggoo Birmajjii, Abbootiin Adeemsa Sirna Barnoota Afaan Oromoo Kutaalee Magaalaa 6 fi Dura bu'ootaafi I/Aantonni Manneen Barnootni itti kennamuu hirmaataniiru.

.

Copyright © All rights reserved.